Aliyyee, “Galatoomi, obboleettii koo. Ati jaalala kee agarsiifte,” jedhe.
Guyyaa tokko, Dhaliftuu manatti ciiseerti. Aliyyee, “Dhaliftuu, maal taate?” jedhe. kitaaba safuu kutaa 5
Guyyaa ittaanu, Aliyyee fi Dhaliftuu bosona keessa nyaata barbaacha deeman. Akkuma deeman, Aliyyee miilla isaa miidhe. Dhaliftuu, “Obboleessa koo, maal taate?” jette. Aliyyee, “Galatoomi, obboleettii koo
Dhaliftuu, “Ati gaarii taate. Galatoomi,” jette. obboleettii koo. Ati jaalala kee agarsiifte
Dhaliftuu, “Mataa koo na bowwaa jira. Ani taphaaf ba’uu hin danda’u,” jette.
Dhaliftuu yeroo sana waan Aliyyee ishee gargaare san yaadatte. “Ati yeroo darbe na gargaarte. Amma ani si gargaara,” jette. Dhaliftuu ulee fi waraqaa fiddee miilla Aliyyee fidde.